LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:20-23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Haa taʼu malee, namoota Amoorota, Heetota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ irraa hafan hunda warra kutaa Israaʼelotaa hin taanee+ fi 21 sanyiiwwan isaanii warra biyyattii keessatti hafan, jechuunis warra Israaʼelonni guutummaatti balleessuu hin dandeenye sana garboota taʼanii hojii dirqamaa akka hojjetaniif Solomoon isaan ni filate; isaan hamma harʼaatti garboota taʼanii hojjetu.+ 22 Haa taʼu malee, Solomoon Israaʼelota keessaa eenyuun iyyuu garba hin godhanne;+ kanaa mannaa isaan loltoota isaa, tajaajiltoota isaa, bulchitoota isaa, ajajjoota raayyaa waraanaa isaa, ajajjoota warra gaarii fardaa oofanii fi ajajjoota abbootii fardeenii isaa turan. 23 Ajajjoonni bulchitootaa warri hojii Solomoon irratti aangoo qaban, jechuunis warri ol aantummaadhaan namoota hojicha hojjetan toʼatan 550 turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi