LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 13:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Amaaleqonni+ biyya Negeeb+ keessa jiraatu; Heetonni, Yebuusonnii+ fi Amooronni+ naannoo gaarotaa keessa jiraatu; Kanaʼaanonni+ immoo galaanicha bira,+ akkasumas Yordaanos qarqara jiraatu.”

  • Keessa Deebii 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Waaqni kee Yihowaan gara biyya itti seentee dhaalaan fudhachuuf jettutti yommuu si galchu,+ inni saboota torba warra si caalaa uummata hedduu qabanii fi ciccimoo taʼan,+ jechuunis Heetota, Girgaashota, Amoorota,+ Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ si duraa ni balleessa.+

  • Abbootii Murtii 1:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Biiniyaamonni garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan hin ariine; kanaafuu, Yebuusonni hanga harʼaatti Biiniyaamotaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachaa jiru.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi