-
Abbootii Murtii 1:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Biiniyaamonni garuu Yebuusota Yerusaalem keessa jiraachaa turan hin ariine; kanaafuu, Yebuusonni hanga harʼaatti Biiniyaamotaa wajjin Yerusaalem keessa jiraachaa jiru.+
-
-
2 Saamuʼel 5:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Mootichii fi namoonni isaa Yebuusota+ warra biyyattii keessa jiraatan waraanuuf gara Yerusaalemitti baʼan. Isaanis, “Ati matumaa as hin seentu! Jaamonnii fi naafonni illee si ariʼu” jedhanii Daawititti qoosan. Isaan, ‘Daawit matumaa as hin seenu’ jedhanii yaadanii turan.+ 7 Haa taʼu malee, Daawit dahoo Xiyoon ishii yeroo ammaatti Magaalaa Daawit+ jedhamtu qabate.
-