LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 36:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Timnaan saajjatoo Eliifaaz ilma Esaawu taate. Yeroo boodas ishiin Eliifaaziif Amaaleqiin+ ni deesse. Kanneen kun ilmaan Aadaa ishii haadha manaa Esaawu taate sanaa ti.

  • Baʼuu 17:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Sana booda Amaaleqonni+ dhufanii Refiidimitti Israaʼelota irratti waraana banan.+

  • 1 Saamuʼel 15:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Ammas dhaqi, Amaaleqota rukuti;+ isaaniinis taʼe wanta isaan qaban hundumaa guutummaatti balleessi.+ Isaan keessaa tokko illee hin hambisin;* dhiiras taʼe dubartii, ijoollees taʼe daaʼima, qotiyyoos taʼe hoolaa, gaalas taʼe harree, hunduma isaanii ajjeesi.’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi