27 Hiiraam tajaajiltoota Solomoonii wajjin akka hojjetaniif tajaajiltoota ofii isaa, jechuunis namoota doonii irratti hojjechuudhaan muuxannoo qaban dooniiwwan kanaa wajjin ni erge.+ 28 Isaanis gara Ofiir+ dhaqanii warqii taalaantii 420 achii fuudhanii Solomoon Mootichaaf fidan.