13 Warqiin waggaa waggaadhaan Solomooniif dhufu ulfaatinni isaa taalaantii 666 taʼa ture;+ 14 kana malees, daldaltoonni imaltoota taʼanii fi daldaltoonni, akkasumas mootonni Arabootaa fi bulchitoonni biyyattii hundi Solomooniif warqii fi meetii ni fidu turan.+