LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 10:14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Warqiin waggaa waggaadhaan Solomooniif dhufu ulfaatinni isaa taalaantii 666 taʼa ture;+ 15 kana malees, daldaltoota imaltoota taʼan irraa fi buʼaa daldaltoota irraa argamu irraa, akkasumas mootota Arabootaa fi bulchitoota biyyattii hunda irraa isaaf ni dhufa ture.

  • 2 Seenaa Baraa 1:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Mootichi Yerusaalem keessa meetii fi warqiin akkuma dhagaatti baayʼinaan akka argamu godhe;+ mukti gaattiraas akkuma muka harbuu isa Shefelaa keessa jiruutti baayʼinaan akka argamu godhe.+

  • Faarfannaa 68:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Mana qulqullummaa kee isa Yerusaalemitti argamuuf,+

      Mootonni kennaa siif ni fidu.+

  • Faarfannaa 72:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Inni haa jiraatu, warqiin Sheebaas isaaf haa kennamu.+

      Utuu wal irraa hin citin waaʼee isaa kadhannaan haa dhihaatu,

      Guyyaa guutuus kan eebbifame haa taʼu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi