LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 6:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Israaʼelonni* biyya Gibxiitii baʼanii+ waggaa 480ffaa isaatti, Solomoon Israaʼel irratti mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti, jiʼa Ziifitti*+ (jechuunis jiʼa lammaffaatti) Solomoon mana Yihowaa* ijaaruu jalqabe.+

  • 1 Seenaa Baraa 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Kanaafuu, isaan Taabota Waaqa dhugaa fidanii dunkaana Daawit isaaf dhaabe keessa kaaʼan;+ achiis Waaqa dhugaa duratti aarsaawwan gubamanii fi aarsaawwan gamtaa dhiheessan.+

  • Izraa 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kana malees, Qiiros Mootichi miʼawwan warqii fi meetii mana Waaqayyoo warra Nebukadnezaar mana qulqullummaa Yerusaalem keessaa fudhatee mana qulqullummaa Baabilonitti geesse+ sana mana qulqullummaa Baabilon keessaa ni baase. Miʼawwan kunis namicha Sheshbaazaar*+ jedhamuu fi Qiiros bulchaa+ isa godhetti kennamanii turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi