-
2 Seenaa Baraa 9:15, 16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Solomoon Mootichi gaachana guguddaa 200 warqii makaa sibiilaa qabu irraa ni hojjete+ (tokkoon tokkoon gaachanichaa warqii makaa sibiilaa qabu sheeqilii* 600 qaba ture);+ 16 kana malees, gaachana xixinnoo* warqii makaa sibiilaa qabu 300 ni hojjete (tokkoon tokkoon gaachana xixinnoo kanaas warqii miinaa* sadii qaba ture). Achiis mootichi Mana Bosona Libaanon jedhamu keessa isaan kaaʼe.+
-