-
1 Mootota 1:33, 34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Mootichis akkana isaaniin jedhe: “Tajaajiltoota gooftaa keessanii fudhadhaa; ilma koo Solomooniinis gaangee*+ koo irra kaaʼaatii gara Giyoonitti+ gad isa geessaa. 34 Saadoq lubichii fi Naataan raajichi achitti Israaʼel irratti mootii godhanii isa ni dibu;+ achiis xurumbaa* afuufaatii, ‘Solomoon Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’+ jedhaa.
-