LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 1:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Solomoon gaariiwwan fardaa fi fardeen* walitti qabuu isaa itti fufe; inni gaariiwwan fardaa 1,400 fi fardeen* 12,000 qaba ture;+ isaanis magaalota gaarii fardaa keessa,+ akkasumas Yerusaalem keessa naannoo mootichi jiraatu keessa akka jiraatan godhe.+

  • 2 Seenaa Baraa 9:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Solomoon gola fardeenii fardeen isaa fi gaariiwwan fardaa isaatiif qophaaʼe 4,000 fi fardeen* 12,000 qaba ture;+ isaanis magaalota gaarii fardaa keessa, akkasumas Yerusaalem keessa naannoo mootichi jiraatu keessa akka jiraatan godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi