26 Solomoon gaariiwwan fardaa fi fardeen walitti qabuu isaa itti fufe; inni gaariiwwan fardaa 1,400 fi fardeen 12,000+ qaba ture; isaanis magaalota gaarii fardaa keessa, akkasumas Yerusaalem keessa naannoo mootichi jiraatu keessa akka jiraatan godhe.+