-
1 Mootota 3:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Gibeʼonittis Yihowaan halkan abjuudhaan Solomoonitti ni mulʼate; Waaqayyos, “Wanta akkan siif kennu barbaaddu na gaafadhu” isaan jedhe.+
-
-
1 Mootota 9:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Yihowaan akkuma Gibeʼon keessatti isatti mulʼatee ture, yeroo lammaffaadhaaf Solomoonitti ni mulʼate.+
-