LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 1:7-10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Halkan sana Waaqayyo Solomoonitti mulʼatee, “Wanta akkan siif kennu barbaaddu na gaafadhu” isaan jedhe.+ 8 Yeroo kanatti Solomoon Waaqayyoon akkana jedhe: “Ati abbaa koo Daawititti jaalala amanamaa guddaa taʼe argisiisteetta;+ anaanis bakka isaa mootii gooteetta.+ 9 Ammas yaa Yihowaa, ati saba baayʼina isaatiin kan kaʼe akka awwaara lafaa+ taʼe irratti mootii waan na gooteef, waadaan abbaa koo Daawitiif galte haa raawwatamu.+ 10 Ammas saba kana akkan geggeessuuf* ogummaa fi beekumsa naaf kenni;+ taʼuu baannaan saba kee isa guddaa taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi