-
1 Seenaa Baraa 28:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Inni akkana naan jedheera: ‘Ani ilma koo godhee waanan isa filadhee fi abbaas waanan isaaf taʼuuf, mana koo fi mooraawwan koo kan naaf ijaaru ilma kee Solomooni.+
-
-
Faarfannaa 132:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Yihowaan Daawitiif kakateera;
Inni matumaa isa akkana jedhee dubbate raawwachuu irraa duubatti hin jedhu:
-