LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 10:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Achiis Rooboʼaam Mootichi, Hadoraam+ isa warra hojii dirqamaa akka hojjetan filataman irratti itti gaafatamaa taʼe gara isaaniitti ni erge; haa taʼu malee, Israaʼelonni dhagaadhaan tumanii isa ajjeesan. Rooboʼaam Mootichi garuu gaarii fardaa isaa yaabbatee gara Yerusaalemitti baqate.+ 19 Israaʼelonni hamma harʼaatti mana Daawit irratti akkuma fincilanitti jiru.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi