-
2 Seenaa Baraa 10:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Guutummaan Israaʼel mootichi isaan dhaggeeffachuu akka dide yommuu hubatan, namoonni sun, “Nuti Daawit biraa qooda maalii qabna? Nuti ilma Issey biraa dhaala hin qabnu. Yaa Israaʼel, tokkoon tokkoon kee gara waaqolii keetti deebiʼi. Yaa Daawit amma mana kee eeggadhu!”+ jedhanii mootichaaf deebisan. Achiis Israaʼelonni hundi gara mana mana* isaaniitti deebiʼan.+
-