LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 11:12, 13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Haa taʼu malee, ani abbaa kee Daawitiif jedhee bara jireenyaa keetti kana hin godhu. Harka ilma keetii irraa mootummicha nan tarsaasa;+ 13 taʼus ani guutummaa mootummichaa isa irraa hin tarsaasu.+ Tajaajilaa koo Daawitii fi Yerusaalem ishii ani filadheef+ jedhee gosa tokko ilma keetiif nan kenna.”+

  • Hoseʼaa 11:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Efreem sobaan,

      Manni Israaʼelis gowwoomsaadhaan natti marsaniiru.+

      Yihudaan garuu amma iyyuu Waaqaa wajjin deema,*

      Isa Hundumaa Caalaa Qulqulluu sanaafis amanamaa dha.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi