LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 18:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Hosheʼaan+ ilmi Eelaa mootiin Israaʼel mootii taʼee waggaa sadaffaa isaatti, Hisqiyaas+ ilmi Akaaz+ mootii Yihudaa mootii ni taʼe.

  • 2 Mootota 18:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Inni Yihowaatti ni maxxane.+ Isa duukaa buʼuu irraas hin gorre; ajajawwan Yihowaan Museedhaaf kenne ni eege.

  • 2 Seenaa Baraa 29:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Hisqiyaas+ umurii isaa waggaa 25tti mootii ni taʼe; Yerusaalem keessa taaʼees waggaa 29f ni bulche. Maqaan haadha isaa Abiiyaa yeroo taʼu, ishiin intala Zakkaariyaas turte.+ 2 Akkuma abbaan isaa Daawit godhetti,+ innis wanta Yihowaa duratti sirrii taʼe ni godhe.+

  • Hoseʼaa 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+

      Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+

      Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,

      ‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi