LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Hamminni isaanii hundi Gilgaal keessatti argama,+ sababiin isaas, ani achitti isaan jibbeera.

      Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe mana koo keessaa isaan nan ariʼa.+

      Ani kana booda isaan hin jaalladhu;+

      Bulchitoonni isaanii hundi mata jabeeyyii dha.

  • Hoseʼaa 12:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira.

      Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+

      Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+

  • Amoos 4:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  4 ‘Gara Beetel kottaatii balleessaa raawwadhaa,*+

      Gara Gilgaal kottaatii caalaatti balleessaa raawwadhaa!+

      Aarsaawwan keessan ganama,

      Kurnoo keessanis*+ guyyaa sadaffaatti fidaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi