LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hoseʼaa 4:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Yaa Israaʼel, ati sagaagalummaa* kan raawwatte taʼus,+

      Yihudaan yakkamaa hin taʼin.+

      Gara Gilgaal+ yookiin gara Beet Aween+ hin dhufinaa,

      ‘Yihowaa isa jiraataa taʼeen nan kakadha!’+ jettaniis hin kakatinaa.

  • Hoseʼaa 9:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Hamminni isaanii hundi Gilgaal keessatti argama,+ sababiin isaas, ani achitti isaan jibbeera.

      Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe mana koo keessaa isaan nan ariʼa.+

      Ani kana booda isaan hin jaalladhu;+

      Bulchitoonni isaanii hundi mata jabeeyyii dha.

  • Amoos 5:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Beeteliin hin barbaadinaa,+

      Gara Gilgaal hin dhaqinaa+ yookiin gara Ber Sheebaatti hin ceʼinaa,+

      Sababiin isaas, Gilgaal dhugumaan boojuudhaan ni fudhatamti,+

      Beetelis ni balleeffamti.*

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi