15 “Hamminni isaanii hundi Gilgaal keessatti argama,+ sababiin isaas, ani achitti isaan jibbeera.
Gocha isaanii isa hamaadhaan kan kaʼe mana koo keessaa isaan nan ariʼa.+
Ani kana booda isaan hin jaalladhu;+
Bulchitoonni isaanii hundi mata jabeeyyii dha.