15 Yihowaan akka shomboqqoo bishaan keessaa raafamuutti Israaʼeliin ni rukuta; isaan utubaawwan waaqeffannaa+ isaanii hojjetanii Yihowaa waan dheekkamsiisaniif, inni biyya gaarii abbootii isaaniitiif kenne kana irraa Israaʼeliin ni buqqisa;+ Lagicha gamattis isaan ni bittinneessa.+