Amoos 8:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+
14 Warri balleessaa Samaariyaatiin kakatan,+Warri, “Yaa Daan, waaqa kee isa jiraataadhaan ni kakanna!”+ Akkasumas, “Daandii Ber Sheebaa+ isa jiraataadhaan ni kakanna!” jedhanNi kufu, lammatas hin kaʼan.’”+