-
2 Mootota 17:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Israaʼelonni wantoota Waaqa isaanii Yihowaa duratti sirrii hin taane hordofu turan. Isaan masaraa eegumsaa irraa jalqabee hamma magaalaa dallaa dhagaa qabduutti,* magaalota isaanii hunda keessatti iddoowwan ol kaʼoo ni ijaaran.+ 10 Tabba dheeraa hunda irrattii fi muka lalisaa hunda jalatti+ ofii isaaniitiif siidaawwan waaqeffannaa+ fi utubaawwan waaqeffannaa* ni dhaaban;
-