Baʼuu 34:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+ Keessa Deebii 16:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Iddoo aarsaa isa Waaqa kee Yihowaadhaaf ijaartu biratti muka gosa akkamii iyyuu utubaa waaqeffannaa* gootee hin dhaabin.+ 22 “Siidaa waaqeffannaa isa Waaqni kee Yihowaan jibbus ofii keetiif hin dhaabin.+
13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+
21 “Iddoo aarsaa isa Waaqa kee Yihowaadhaaf ijaartu biratti muka gosa akkamii iyyuu utubaa waaqeffannaa* gootee hin dhaabin.+ 22 “Siidaa waaqeffannaa isa Waaqni kee Yihowaan jibbus ofii keetiif hin dhaabin.+