Hoseʼaa 8:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, Efreem cubbuu hojjechuuf iddoo aarsaa baayʼifateera.+ Isaan iddoo aarsaa inni cubbuu ittiin hojjetu isaaf taʼaniiru.+ Hoseʼaa 12:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira. Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+
11 Sababiin isaas, Efreem cubbuu hojjechuuf iddoo aarsaa baayʼifateera.+ Isaan iddoo aarsaa inni cubbuu ittiin hojjetu isaaf taʼaniiru.+
11 Giiliyaad keessa gowwoomsaa*+ fi sobatu jira. Gilgaal keessatti qotiyyoowwan aarsaa godhaniiru,+Iddoowwan aarsaa isaaniis akka tuullaa dhagaa boʼoowwan maasii keessa jiruu ti.+