LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Seenaa Baraa 10:12-15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroboʼaamii fi namoonni sun hundi akkuma mootichi, “Guyyaa sadaffaatti gara kootti deebiʼaa” isaaniin jedhetti, guyyaa sadaffaatti gara Rooboʼaam ni dhufan.+ 13 Mootichi garuu deebii gaarii hin taane isaaniif ni kenne. Akka kanaan Rooboʼaam Mootichi gorsa maanguddoota* sanaa fudhachuu dide. 14 Innis akkuma dargaggoonni sun isa gorsanitti, “Ani waanjoo keessan caalaatti nan ulfaachisa; sana caalaas akka ulfaatu nan godha. Abbaan koo alangaadhaan isin adabeera; ani garuu alangaa wanta nama wawwaraanu qabuun isin nan adaba” isaaniin jedhe. 15 Akka kanaan mootichi namoota sana utuu hin dhaggeeffatin hafe; kunis kan taʼe, wanti Yihowaan karaa Ahiyaa Shiiloonichaa, Yeroboʼaam ilma Nebaatitti dubbate akka raawwatamuuf+ Waaqni dhugaan wantoonni kun akka kanaan akka raawwataman waan godheefi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi