LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 32:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Kanaafuu Yaaqoob, “Ani Waaqayyoon fuulleetti argeera; lubbuun koo garuu naaf oolteetti”+ jechuudhaan, maqaa iddoo sanaa Pheniʼel*+ jedhee moggaase.

  • Abbootii Murtii 8:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Sana booda Giidewon ilmi Yoʼaas karaa gara Heeresitti ol baasuun waraanicha irraa ni deebiʼe.

  • Abbootii Murtii 8:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kana malees, masaraa Phenuʼel+ diigee namoota magaalattii ni ajjeese.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi