-
2 Mootota 6:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
18 Eelsaaʼis warri Sooriyaa yommuu gara isaatti gad buʼan, “Maaloo, saba kana jaamsi”+ jedhee Yihowaa kadhate. Kanaafuu, akkuma Eelsaaʼi gaafatetti inni isaan ni jaamse.
-