Keessa Deebii 27:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 “‘Namni fakkii bocame+ yookiin siidaa sibiilaa*+ isa Yihowaa duratti jibbisiisaa taʼe,+ jechuunis wanta ogeessa harkaatiin* tolfamu hojjetuu fi dhoksee kaaʼu abaaramaa haa taʼu.’ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’* jedhanii deebisu.) 2 Seenaa Baraa 11:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis Yeroboʼaam iddoowwan ol kaʼoodhaaf, jinniiwwan reʼee fakkaatanii*+ fi jabbilee hojjete+ sanaaf luboota ofii isaa ni muude.+
15 “‘Namni fakkii bocame+ yookiin siidaa sibiilaa*+ isa Yihowaa duratti jibbisiisaa taʼe,+ jechuunis wanta ogeessa harkaatiin* tolfamu hojjetuu fi dhoksee kaaʼu abaaramaa haa taʼu.’ (Namoonni hundis, ‘Ameen!’* jedhanii deebisu.)
15 Achiis Yeroboʼaam iddoowwan ol kaʼoodhaaf, jinniiwwan reʼee fakkaatanii*+ fi jabbilee hojjete+ sanaaf luboota ofii isaa ni muude.+