Keessa Deebii 7:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman ibiddaan gubaa.+ Meetii fi warqiin isaan irra jiru Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa waan taʼeef,+ kiyyoo akka sitti hin taaneef isa hin hawwin yookiin hin fudhatin.+ Keessa Deebii 29:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Kana malees, isin wantoota jibbisiisoo isaanii fi waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo* taʼan+ kanneen muka, dhagaa, meetii fi warqii irraa tolfaman warra isaan gidduu turan ni argitu turtan.)
25 Fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman ibiddaan gubaa.+ Meetii fi warqiin isaan irra jiru Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa waan taʼeef,+ kiyyoo akka sitti hin taaneef isa hin hawwin yookiin hin fudhatin.+
17 Kana malees, isin wantoota jibbisiisoo isaanii fi waaqolii tolfamoo isaanii warra balfamoo* taʼan+ kanneen muka, dhagaa, meetii fi warqii irraa tolfaman warra isaan gidduu turan ni argitu turtan.)