2 Seenaa Baraa 19:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa. 2 Seenaa Baraa 20:34 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 34 Seenaan Yoshaafaax inni hafe, jalqabaa kaasee hamma dhumaatti, seenaa Yehuun+ ilmi Hanaanii+ barreessee fi Kitaaba Mootota Israaʼel keessatti dabalame keessatti barreeffameera.
2 Yehuun+ ilmi Hanaanii+ inni mulʼata argu, isa argachuuf baʼee Yoshaafaax Mootichaan akkana jedhe: “Ati nama hamaa gargaaruu qabdaa?+ Warra Yihowaa jibban hoo jaallachuu qabdaa?+ Sababii kanaatiin dheekkamsi Yihowaa si irratti ni dhufa.
34 Seenaan Yoshaafaax inni hafe, jalqabaa kaasee hamma dhumaatti, seenaa Yehuun+ ilmi Hanaanii+ barreessee fi Kitaaba Mootota Israaʼel keessatti dabalame keessatti barreeffameera.