LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 14:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Sababii kanaatiif, ani mana Yeroboʼaam irratti badiisa nan fida; Israaʼel keessaa warra gargaarsa hin qabnee fi warra dadhaboo dabalatee dhiira* kan Yeroboʼaam taʼe hunda nan balleessa;* akkuma namni tokko faandoo haxaaʼee balleessuttis mana Yeroboʼaam+ haxaaʼee nan balleessa! 11 Yihowaan kana waan dubbateef, nama kan Yeroboʼaam taʼee fi magaalaa keessatti duʼu sareetu nyaata; isa dirree keessatti duʼu kam iyyuu immoo allaattiiwwan samiitu nyaata.”’

  • 1 Mootota 15:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Innis akkuma mootii taʼeen maatii Yeroboʼaam hundumaa ni ajjeese. Wanta kan Yeroboʼaam taʼe keessaas hafuura kan baafatu tokko illee hin hambisne; inni akkuma Yihowaan karaa tajaajilaa isaa Ahiyaa Shiiloonichaa dubbatetti akka isaan guutummaatti balleeffaman ni godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi