-
Iyyaasuu 19:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 Eelteeqee, Gibetoon,+ Baʼaalaat,
-
-
Iyyaasuu 19:48Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
48 Dhaalli gosti Daan akka maatii maatii isaaniitti argatan kana ture. Magaalonnii fi gandeen isaaniis kanneen kana turan.
-
-
Iyyaasuu 21:20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Leewwota gidduudhaa maatiiwwan Qehaat warra hafaniif gosa Efreem keessaa magaalonni carraadhaan isaaniif ni kennaman.
-
-
Iyyaasuu 21:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Gosa Daan keessaa, Eelteeqee iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Gibetoon iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,
-
-
1 Mootota 15:27Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Baʼaashaan ilmi Ahiyaa inni mana Yisaakor keessaa taʼe isa irratti ni mariʼate; Naadaabii fi guutummaan Israaʼel Gibetoonitti+ marsanii utuu jiraniis Baʼaashaan Gibetoon ishii magaalaa Filisxeemotaa taate keessatti isa ni ajjeese.
-