LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 16:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Omriin wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuu isaa itti fufe; warra isa dura turan hunda caalaas wanta hamaa taʼe ni hojjete.+

  • 1 Mootota 21:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Dhuguma iyyuu, namni akka Ahaabitti haadha manaa isaa Iizaabeliin oofamee+ wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe gochuuf kutatee kaʼe* tokko illee hin jiru.+

  • 2 Mootota 3:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yoshaafaax mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa 18ffaa isaatti Yooraam+ ilmi Ahaab Samaariyaa keessa taaʼee Israaʼel irratti mootii taʼe; waggaa 12fis ni bulche. 2 Innis wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwate; garuu siidaa waaqeffannaa Baʼaal isa abbaan isaa hojjete waan balleesseef, hamma abbaa isaa fi hamma haadha isaa wanta hamaa hin hojjenne.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi