21 Sana booda Yehuun guutummaa Israaʼelitti dhaamsa erge; waaqeffattoonni Baʼaal hundis ni dhufan. Namni utuu hin dhufin hafe tokko illee hin turre. Isaanis gara mana Baʼaalitti+ seenan; manni Baʼaalis qarqara gar tokkoo hamma qarqara isa kan biraatti guutee ture.