Faarfannaa 37:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+ Maatewos 6:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Nyaata harʼaaf nu barbaachisu harʼa nuuf kenni;+
25 Ani dargaggeessan ture, amma garuu dulloomeera,Taʼus namni qajeelaan kam iyyuu yommuu gatamu,+Ijoolleen isaas yommuu nyaata* kadhatan hin argine.+