LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 11:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Achiis Yihowaan Museedhaan, “Harki Yihowaa gabaabaa dhaa?+ Wanti ani jedhe siif kan raawwatamu taʼuu fi dhiisuu isaa amma argita” jedhe.

  • Abbootii Murtii 15:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, Waaqayyo dhooqa Lehii keessa jiru tokko ni bane; bishaanis isa keessaa ni yaaʼe.+ Yommuu dhugus, hafuurri* isaa isatti ni deebiʼe, ni jajjabaates. Inni iddoo kana Een Haqoor* jedhee kan moggaase kanaafi; iddoon kunis hamma harʼaatti Lehii keessatti argama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi