LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Faarfannaa 65:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Firii baayʼee* akka argamsiistuu fi badhaatuu akka taatu gochuudhaan,

      Lafa ni kunuunsita.+

      Lagni Waaqa biraa dhufu guutuu dha;

      Midhaan isaaniif ni kennita,+

      Ati akka kanaan lafa qopheessiteetta.

      10 Boʼoowwan isaa ni laaffiste, biyyoo isaa isa qotames* wal qixxeessite;

      Tiifuu bokkaatiin isa ni jiiste; sanyiin facaafame akka biqiluu fi akka guddatuufis biyyoo isaa ni eebbiste.+

  • Ermiyaas 14:22
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 22 Waaqolii tolfamoo sabootaa warra gatii hin qabne keessaa bokkaa roobsuu kan dandaʼu jiraa?

      Samiiwwan illee ofii isaaniitiin bokkaa roobsuu ni dandaʼuu?

      Waaqa keenya kan taate yaa Yihowaa, kana gochuu kan dandaʼu si qofa mitii?+

      Wantoota kana hundumaa kan raawwate si qofa waan taʼeef,

      Nuti si abdanna.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi