25 Harʼa inni qotiyyoo, horii coccoomoo fi hoolota hedduu aarsaa godhee dhiheessuuf gad buʼeera;+ ilmaan mootichaa hunda, ajajjoota raayyaa waraanaa fi Abiyaataar lubichas waameera.+ Isaan achitti isaa wajjin nyaachaa fi dhugaa, akkasumas ‘Adoniyaan Mootichi bara baraaf haa jiraatu!’ jechaa jiru.