-
Iyyaasuu 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Magaalonni andaara gosa Yihudaa warri kallattii kibbaatiin gara daangaa Edoomitti+ argaman kanneen kana dha: Qaabzeʼel, Edeer, Yaagur,
-
-
Iyyaasuu 15:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Hazaar Shuʼaal, Ber Sheebaa,+ Biziyootiyaa,
-