19 Achiis carraan inni lammaffaan+ Simiʼooniif, jechuunis gosa Simiʼooniif+ akka maatii maatii isaaniitti ni baʼe. Dhaalli isaaniis dhaala Yihudaa gidduutti argama ture.+ 2 Dhaalli isaanii kana ture: Ber Sheebaa+ fi Sheebaa, Molaadaa,+ 3 Hazaar Shuʼaal,+ Baalaa, Eezem,+