LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 21:31
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 31 Lamaan isaanii iyyuu bakka sanatti waan waliif kakataniif, inni iddoo sana Ber Sheebaa* jedhee moggaase.+

  • Uumama 26:32, 33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 32 Guyyaa sanatti tajaajiltoonni Yisihaaq dhufanii, “Nuti bishaan arganneerra!” jedhanii waaʼee boolla bishaanii qotan+ tokkoo isatti himan. 33 Kanaafuu, inni boolla bishaanii sana Shiibaa jedhee moggaase. Maqaan magaalaa sanaas hamma harʼaatti Ber Sheebaa+ kan jedhame kanaafi.

  • Iyyaasuu 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalonni andaara gosa Yihudaa warri kallattii kibbaatiin gara daangaa Edoomitti+ argaman kanneen kana dha: Qaabzeʼel, Edeer, Yaagur,

  • Iyyaasuu 15:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Hazaar Shuʼaal, Ber Sheebaa,+ Biziyootiyaa,

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi