LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 24:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, Museen tajaajilaa isaa kan taʼe Iyyaasuu+ wajjin ni kaʼe; achiis gara gaara Waaqa dhugaatti ol baʼe.+

  • 2 Mootota 2:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Achiis ilmaan raajotaa* Beetel keessa turan gara Eelsaaʼi dhufanii, “Harʼa Yihowaan gooftaa kee isa mataa kee taʼe si irraa akka fudhatu beekteettaa?”+ isaan jedhan. Innis, “Eeyyee beekeera. Isin calluma jedhaa” isaaniin jedhe.

  • 2 Mootota 3:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Yeroo kanatti Yoshaafaax, “Raajiin Yihowaa karaa isaatiin Yihowaa gaafachuu dandeenyu as hin jiruu?” jedhee gaafate.+ Kanaafuu, tajaajiltoota mootii Israaʼel keessaa inni tokko, “Eelsaaʼiin+ ilmi Shaafaax inni Eeliyaasiif+ bishaan harkaa buusaa* ture jira” jedhee isaaf deebise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi