LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Kanaafuu, inni achii baʼee yommuu deemu, Eelsaa’i ilmi Shaafaat qotiyyoon cimdiin 12 fuuldura isaatii utuu qotanii, inni immoo qotiyyoo cimdii isa 12ffaatiin utuu qotuu isa argate. Eeliyaasis gara isaa dhaqee uffata*+ isaa darbatee isa irra buuse.

  • 1 Mootota 19:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Kanaafuu, inni deebiʼee qotiyyoo cimdii tokko fuudhee aarsaa godhe; miʼawwan qotiisaa sanaan immoo foon qotiyyoowwan sanaa affeelee namoota sanaaf ni kenne; isaanis ni nyaatan. Sana booda inni kaʼee Eeliyaas duukaa ni buʼe; isas tajaajiluu ni jalqabe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi