-
1 Seenaa Baraa 22:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kunoo, ati ilma+ tokko ni dhalchita; inni nama nagaa* ni taʼa; anis diinota isaa warra isatti marsanii jiran hunda irraa boqonnaa isaaf nan kenna;+ maqaan isaa Solomoon*+ ni jedhama; anis bara isaatti Israaʼeliif nagaa fi tasgabbii nan kenna.+ 10 Mana maqaa kootiif taʼu kan ijaaru isa dha.+ Inni ilma koo ni taʼa, anis abbaa isaa nan taʼa.+ Ani teessoo mootummaa isaa Israaʼel irratti bara baraaf jabeessee nan dhaaba.’+
-