14 Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa.+ Yommuu inni balleessaa raawwatu, ulee namootaatiin, harcummee* ilmaan namootaatiinis* isa nan adaba.+
5 Fakkeenyaaf, Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera,”+ akkasumas, “Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa”+ jedhee beeka?