LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 28:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Inni akkana naan jedheera: ‘Ani ilma koo godhee waanan isa filadhee fi abbaas waanan isaaf taʼuuf, mana koo fi mooraawwan koo kan naaf ijaaru ilma kee Solomooni.+

  • Maatewos 3:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Sagaleen tokkos samiiwwan irraa,+ “Kun Ilma koo+ isa jaallatamaa, isa ani itti gammadu dha”+ jedhe.

  • Ibroota 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Fakkeenyaaf, Waaqayyo maleekota keessaa isa kamiin, “Ati ilma koo ti; ani harʼa si dhalcheera,”+ akkasumas, “Ani abbaa isaa nan taʼa, innis ilma koo ni taʼa”+ jedhee beeka?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi