1 Mootota 20:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Haa taʼu malee, raajiin tokko Ahaab+ mootii Israaʼelitti dhihaatee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Namoota hedduu kana hunda argiteettaa? Kunoo, ani harʼa harka keetti dabarsee isaan nan kenna; atis ani Yihowaa akkan taʼe ni beekta’”+ isaan jedhe.
13 Haa taʼu malee, raajiin tokko Ahaab+ mootii Israaʼelitti dhihaatee, “Yihowaan akkana jedha: ‘Namoota hedduu kana hunda argiteettaa? Kunoo, ani harʼa harka keetti dabarsee isaan nan kenna; atis ani Yihowaa akkan taʼe ni beekta’”+ isaan jedhe.